Oduu biyya keessaa Obbo Adam Faarahiin ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Sep 11, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 6, 2015 (FBC) – Dursaa Itti Aanaan Pireezidaantiin Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faarahiin bara haaraa 2016 sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Wayita…
Oduu biyya keessaa Guutinsi Bishaanii HGHI marsaa 4ffaan milkiin xumuramuun kennaa bara haaraa Itiyoophiyaanootaati –… Sifen Megersa Sep 11, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 6, 2015 (FBC) – Piroojektiin Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa Piroojektii fayyadamummaa waloo biyyoota yaa’ichaa mirkaneessu ta’uu Dubbii Himaan Ministeera Dhimma Alaa…
Oduu biyya keessaa Kantibaan Magaalaa Finfinnee ,Pireezidaantoonni naannoo Gaambeellaa fi Hararii ergaa baga geessanii… Sifen Megersa Sep 11, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 6, 2015 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee, Pireezidaantoonni naannoo Gaambeellaa fi Hararii ayyaana bara haaraa 2016 sababeeffachuun erga baga geessanii dabarsaniiru.…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantoonni naannolee garaagaraa erga baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Sep 11, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 6, 2015 (FBC) – Pireezidaantoonni naannolee garaagaraa ayyaana bara haaraa 2016 sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Pireezidaantiin naannoo Giddugaleessa…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Abdulhaakim Muluun durfamu Aanaa Ada’aatti Ijaarsa Mana Barumsaa Bu’uura boruu… Sifen Megersa Sep 11, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 6, 2015 (FBC) – Jilli Sadarkaa Itti aanaa Pireezidaantiitti Qindeessaa Kilaastara Hawaasumma Oromiyaa Obbo Abdulhaakim Muluun durfamu Godina Shawaa Bahaa Aanaa Ada’aatti…
Oduu biyya keessaa Naannoon Sidaamaa bara haaraa sababeeffachuun sirreeffamtootaa kuma 1 fi 205f dhiifama taasiise Sifen Megersa Sep 11, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 6, 2015 (FBC) – Naannoon Sidaamaa ayyaana bara haaraa sababeeffachuun sirreeffamtootaa seeraa kuma 1 fi 205f dhiifama taasiise. Sirreeffamtoota keessaa 12 dubartootaa…
Oduu biyya keessaa Abbootiin amantaalee garaagaraa erga baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Sep 11, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 6, 2015 (FBC) – Abbootiin amantaalee garaagaraa ayyaana bara haaraa sababeeffachuun erga baga geessanii dabarsaniiru. Pireezidaantiin Mana Maree Dhimmoota Islaamummaa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan bu’aa ba’ii keessatti moo’achaa imala ishee itti fufti – MM Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Sep 11, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 6, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ayyaana bara haaraa 2016 sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Eeyyama waaqayyoon bara 2015…
Ispoortii Kiristiyaanoo Roonaaldoon Hoteelli isaa Moorookootti argamu lammiilee sababa kirkira lafaan… Sifen Megersa Sep 11, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 6, 2015 (FBC) – Taphataan sarara fuulduraa Poorchuugaal Kiristiyaanoo Roonaaldoon Hoteelli isaa Moorookootti argamu lammiilee sababa kirkira lafaan miidhamaniif iddoo…
Oduu biyya keessaa Afyaa’iin Caffee Oromiyaa ergaa baga ittin isin gahee dabarsan Debela Tadesse Sep 11, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 6, 2015 (FBC)- Ummanni Oromoofi Itiyoophiyaa hundi bara haara 2016 baga nagaan geessan jedhan Afyaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurraahmaan. Adde Sa’aadaan…