Oduu biyya keessaa MM Dooktar Abiy Daayrektara IMF waliin mari’atan Debela Tadesse Jan 29, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 20, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Yaa’ii Xaaliyaanii-Afrikaa cinaatti Daayrektara Dhaabbata Maallaqaa Addunyaa (IMF) Kiristaaliinaa Joorjiyeevaa…
Oduu biyya keessaa Embaasiin Faransaay Biiroo Barnootaa Oromiyaaf Kitaabota 968 deeggarsa taasise Debela Tadesse Jan 29, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 20, 2016 (FBC)- Embaasiin Faransaay kitaabota Afaan Faransaayiin qophaa'an, barattoota manneen barnootaa Bultii Addaa fi Manneen Barnoota Addaa Afaan Faransaay barataniif…
Ispoortii Tapha ijibbaachisaa har’aa Seneegaalii fi Kootdivaar gidduutti gaggeeffamu Debela Tadesse Jan 29, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 20, 2016 (FBC)-Tapha Waancaa Afrikaa galgala har'aan taphi ijibbaachisaan Seneegaal Saadiyoo Maanee qabattee fi Kootdiivaar qopheessituu Waancichaa gidduutti gaggeeffamaa…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Naannoo Oromiyaa nageenyaafi tasgabbii naannichaa mirkaneessuuf ciminaan hojjechaa jira… Sifen Megersa Jan 29, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 20, 2016 (FBC) – Biiroon Bulchiinsaaf Nageenyaa oromiyaa haala yeroo ilaalchisee ibsa kenneera. Mootummaan Naannoo Oromiyaa nageenyaafi tasgabbii naannichaa…
Oduu biyya keessaa Karoora waloon misoomuu Itiyoophiyaa biyyoonni deeggaruu qabu-Ambaasaaddaroota Debela Tadesse Jan 29, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 20, 2016 (FBC)- Karoora waloon misoomuu Itiyoophiyaa biyyoonni deeggaruu qabu malee irraa mormu akka hinqabne biyyoota garaagaraatti Ambaasaddaroonni Itiyoophiyaa ibsan.…
Biiznasii Warshaa oomisha talaallii Doolara miiliyoona 70’n ijaaramuuf dhagaan bu’uuraa kaa’ame Debela Tadesse Jan 29, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 20, 2016 (FBC)-Warshaa Oomisha talaallii Doolaara miiliyoona 70’n ijaaruuf Paarkii Indaastirii Qilinxootti dhagaan bu’uuraa kaa’ame. Saganticharratti Walitti Qabduun…
Idil Addunyaa Warraaksi Maawu Maawu Mootummaa Ingiliiz beenyaa Doolaara Tiriiliyoona 2.2 gaafate Sifen Megersa Jan 29, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 20, 2016 (FBC) – Warraaksii Maawu Maawu Keeniyaa miidhaa Mootummaan Ingiliiz waayita bittaa kolonii raawwateef beenyaa Doolaara Tiriiliyoona 2.2 gaafateera. Fincilli…
Oduu biyya keessaa Sammuun Waan Gaarii Yaadee Karoorse Harki Waan Gaarii Hojjetee Milkeesse Badhaafamaadha-BKO Debela Tadesse Jan 29, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 20, 2016 (FBC)- Sammuun Waan Gaarii Yaadee Karoorse Harki Waan Gaarii Hojjetee Milkeesse Badhaafamaa ta’uu Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa ibse. Biirichi ibsa baaseen,…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Ce’umsa sirna nyaataarratti hojii boonsa hojjetteen beekkamtii argatte -Dooktar… Sifen Megersa Jan 29, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 20, 2016 (FBC) –Itiyoophiyaan Ce’umsa sirna nyaataarratti hojii boonsa hojjetteen beekkamtii argachuu Ministirri Ministeera Pilaanii fi Misooma Dooktar Fitsuum Asaffaan…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy badhaasaa fi beekamtiin argatan kutannoo fi cimina hoggantummaa argisiisaniini-Billenee… Debela Tadesse Jan 29, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 20, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad badhaasii fi beekkamtiin argatan kutannoo fi ciminaa hoggantummaa argisiisaniin ta’uu Itti Gaafatamtuun Pirees…