Bara baajatichatti ijaarsi piroojektiiwwan bu’uuraalee misooma Jallisii 1000 ol xumurame –Injinar…
Finfinnee, Hagayya 18, 2015 (FBC) – Bara baajatichatti ijaarsi piroojektiwwan bu’uuraalee misooma Jallisii 1080 xumuramuu Ministirri Ministeera Jaallisii fi Naannawaa Gammoojjii Injinar…