Oduu biyya keessaa Balaa Tiraafaikaa mudateen lubbuu namoota 3 darbe Debela Tadesse Jan 26, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 17, 2016 (FBC)- Godina Jimmaa Aanaa Sokorruu Magaalaa Qumbiitti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota sadii darbe. Balichaan namoota 11 irra miidhaan qaamaa cimaa…
Oduu biyya keessaa Koorporeeshiniin Hojiiwwan Qonnaa galii Birrii biiliyoona 5.5 argachuu beeksise Debela Tadesse Jan 26, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 17, 2016 (FBC)- Koorporeeshiniin Hojiiwwan Qonnaa Itiyoophiyaa baatiiwan ja’aan darbanitti galii Birrii biiliyoona 5.5 argachuu beeksiseera. Hojii Raawwachiisaan…
Ispoortii Piriimaayeer Liigii Ityoophiyaan taphni Madinii fi Shaashamannee gidduutti gaggeeffame qixaan… Sifen Megersa Jan 25, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 16, 2016 (FBC) - Taphoota Piriimaayeer Liigii Ityoophiyaa torbee 12ffaan taphni Madinii fi Shaashamannee gidduutti gaggeeffame galchii 1 qixaan xumurameera. Akkasumas…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaafi Keeniyaan nageenya naannawaa mirkaneessuuf waloon oppireeshinii gaggeessan cimsanii… Sifen Megersa Jan 25, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 16, 2016 (FBC) - Dhaabbileen Nageenyaa Ityoophiyaafi Keeniyaa nagaaf tasgabbii naannawichaa mirkaneessuuf waljijjiirraa odeeffannoofi oppireeshinii waloon taasisan…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Saa’uud Arabiyaan yakkoota daangaa ce’aa fi daddabarsa namoota seeraan… Sifen Megersa Jan 25, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 16, 2016 (FBC) - Jilli koomishinara Jeneraalaa koomishinii Poolisii Federaalaa Dammallaash Gabramikaa’eliin durfamu Saa’udi Arabiyaatti daawwannaa hojii taasiseera.…
Biiznasii Dhaabbilee ulaagaa qulqullina oomishaa hin guunne 92 irratti tarkaanfiin fudhatame Sifen Megersa Jan 25, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 16, 2016 (FBC) – Dhaabbilee ulaagaa qulqullina oomishaa hin guunne 92 irratti tarkaanfiin fudhatamuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa naannawaa beeksise.…
Biiznasii Dirree Dhawaatti abbootii qabeenyaa kaappitaala Birrii biiliyoona 38 galmeessaniif eeyyamni… Debela Tadesse Jan 25, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 16, 2016 (FBC)- Baatiiwwan ja’an darbanitti abbootii qabeenyaa kaappitaala Birrii biiliyoona 38 galmeessaniif eeyyamni invastimantii kennamuu Biiroon Daldalaa, Indastirii…
Oduu biyya keessaa Abunee Luqaasirratti himanni baname Sifen Megersa Jan 25, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 16, 2016 (FBC) – Abunee Luqaas tumaalee seera yakkaa bara 1996 bahe keeyyata 247 fi 251 jalatti tumaman darbuun himatamaniiru. Mana Murtii Olaanaa Federaalaa Ramaddii…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiynonni dhaloota 2ffaa Finfinnee naannawaa garaagaraa daawwachaa jiru Debela Tadesse Jan 25, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 16, 2016 (FBC)- Waamicha Ministira Muummee Dooktar Abiy Ahimadiin taasifame simachuun Itiyoophiyaanonni dhaloota 2ffaa Finfinneetti bakkeewwan garaagaraa daawwachaa jiru.…
Oduu biyya keessaa Agarsiifni Horsisee Bultootaa Gaanfa Afrikaa Amajjii 17 eegalee Finfinneetti gaggeeffama Debela Tadesse Jan 25, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 16, 2016 (FBC)- Guyyaa Horsiisee Bultootaa Itiyoophiyaa kabajamu ilaalchisee Agarsiisni Horsiisee Bultoota Gaanfa Afrikaa Amajjii 17-23, 2016’tti Finfinneetti kan…