Naannoo Sidaamaatti hojimaata badaan walqabatee namoonni 25 to’ataman
Finfinnee, Hagayya 15, 2015 (FBC)- Naannoo Sidaamaatti gamaagamaa guyyoota 10’f gaggeeffameen namoonni 25 hojiimaata badaa fi hannaan to’annaa jala oolfamuun ibsame.
Dabalataanis namoonni…