Tajaajila karoora maatii waliinga’uuf waliigalteen baajata dabalataa Doolaara miiliyoona 36.3 ifoome
Finfinnee, Adoolessa 12, 2015 (FBC)-Tajajila karoora maatii waliin ga’uuf waliigalteen baajata dabalataa waggoota sadii Doolaara miiliyoona 36.3 malleettaffameera.
Walliigaltechis…