Biqiltuun har’aa dhaabnu faalama qilleensaa ittisuuf gaachana keenya-Aadde Adaanech Abeebe
Finfinnee, Adoolessa 10, 2015 (FBC)- “Biqiltuun har’a dhaabnu soorata borii, gaaddisaa da’oo keenyaa akkasumas faalama qilleensaa borii ittisuuf gaachaa keenya” jechuun Kantiibaan Bulchiinsa…