Bara Faranjootaa 2024 keessa deeggarsi namoomaa Doolaara biiliyoona 46tu barbaachisa – DhMG
Finfinnee, Mudde 1, 2016 (FBC) – Bara Faranjootaa 2024 keessa deeggarsi namoomaaf Doolaarri biiliyoonni 46n kan barbaachisu ta'uu Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii beeksise.
Walitti…