Oduu biyya keessaa Agarsiisni Innooveeshinii Aviyeeshinii baname Debela Tadesse Dec 11, 2023 0 Finfinnee, Mudde 1, 2016 (FBC)- Agarsiisni Innooveeshinii Aviyeeshinii mata duree “Kalaqa, beekumsa Aviyeeshiniif “ jedhuun Godambaa Saayinsii Itiyoophiyaatti banameera.…
Oduu biyya keessaa Adeemsa Maree Biyyaalessaa milkeessuuf Koreen Gorsituu Marii Biyyaalessaa gahee olaanaa bahachuu… Debela Tadesse Dec 11, 2023 0 Finfinnee, Mudde 1, 2016 (FBC)- Adeemsa Maree Biyyaalessaa milkeessuuf fi waliigalteen taasifamu hojiirra akka ooluuf Koreen Gorsituu Maree Biyyaalessaa gahee olaanaa bahachuu akka qabu…
Oduu biyya keessaa Baankichi Tigraayitti lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 25 taasiise Sifen Megersa Dec 11, 2023 0 Finfinnee, Mudde 1, 2016 (FBC) – Baankiin Ambasaa naannoo Tigraayitti lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 25 taasiiseera. Waamicha bulchiinsi yeroo naannichaa…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsaa Magaalaa Shaggaritti guyyaan Riivaanii Adii kabajame Sifen Megersa Dec 11, 2023 0 Finfinnee, Mudde 1, 2016 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti guyyaan Riivaanii Adii 18ffaan mata duree "Yoomuu, Essattuu, Haala kamuu keessatti Miidhaa koorniyaa bu'uureffate irratti hin…
Idil Addunyaa Pireezidanti Joo Baayidan Pireezidaanti Yuukireen waliin Waashingitanitti mari’achuufi Debela Tadesse Dec 11, 2023 0 Finfinnee, Mudde 1, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Yuukireen Voloodmiir Zeeniskiin Masaraa Mootummaa Ameerikaa ‘White House’tti boru daawwannaa taasisuuf ta’uu White House beeksiseera.…
Oduu biyya keessaa Jijjiirraan bara Sablammii Arii “Dishtaa Giinaan” kabajamaa jira Debela Tadesse Dec 11, 2023 0 Finfinnee, Mudde 1, 2016 (FBC)- Jijjiirraan bara Sablammii Arii “Dishtaa Giinaan” kabajamaa jira. Ayyaanichi, mata duree “Rakkoo biyyaalessaaf furmaata biyya keessaa” jedhuun Godina Arii…
Ispoortii Taphoota Piriimaayer Liigii Ingilaandi har’a taphatameen Maanchiister Siitiin yoo injifatu,… Sifen Megersa Dec 10, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 30, 2016 (FBC) – Taphoota Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 16ffaa har'a taphatameen Maanchiister Siitiin Luutoo Taawoon yoo injifatu, Cheelsiin Eevataniin…
Oduu biyya keessaa Barattoonni Yuunivarsiitii suuraa ka’aa ture 2 laga keessatti kufuun lubbuun isaanii darbe Sifen Megersa Dec 10, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 30, 2016 (FBC) – Yuunivarsiitii Walaayittaa Sooddootti Barattoonni suuraa ka'aa ture 2 laga keessatti kufuun lubbuun isaanii darbuu ibsameera. Magaalaa Walaayittaa…
Oduu biyya keessaa Naannichatti manneen jireenyaa fi kutaaleen barnootaa qindeessummaa Waajjira Ministira Muummeen… Sifen Megersa Dec 10, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 30, 2016 (FBC) – Naannoo Beenishaanguul Gumuzitti manneen jireenyaa fi kutaaleen barnootaa tajaajila tola ooltummaa qindeessummaa Waajjira Ministira Muummeen ijaaraman…
Oduu biyya keessaa Arsii Lixaatti kenna tajaajila lammummaan tajaajilli Birrii biiliyoona 1.9 hojjetamuu ibsame Sifen Megersa Dec 10, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 30, 2016 (FBC) – Arsii Lixaatti kenna tajaajila lammummaan tajaajilli Birrii biiliyoona 1.9 raawwatamuu Waajjirri Dhimma Dubartootaa fi Daa'immanii godinichaa ibseera.…