Guddinni diinagdee Ityoophiyaa qabatamaan kan mul’atudha- Dr. Abiy Ahimad
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2015 (FBC)-Guddinni Diinagdee Ityoophiyaa raagaa saayinsaawaa ogeeyyiin kaa’amuu cinatti guddina qabatamaan mul’atu ta’uu Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy…