Manni Maree Federeshinii Gabaasaa Boordii Filannoo Biyyaalessaa dhaggeeffachuu eegale
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2015 (FBC)-Manni Maree Federeeshinii, walga’i idilee 2ffaa bara hojii 2ffaa guyyaa har’aa gaggeessaa jiruun, gabaasaa Boordiin Filannoo Biyyaalessaa murtee ummataa…