Biiznasii Barana dandeettiin oomishaa %53 guddachuun ibsame Debela Tadesse Jun 27, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 20, 2015 (FBC)- Dandeettiin omishaa weerara Vaayirasii Koroonaa, waraana kutaa Kaabaa biyyattii fi jeequmsaa diinagdee addunyaa mudateen duraa %46 kan ture, barana…
Oduu biyya keessaa Obbo Fiqaadu Tasammaan Ayyaana Arafaa ilaalchisuun ergaa baga geessanii dabarsan Debela Tadesse Jun 27, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 20, 2015 (FBC)- Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Fiqaaduu Tasammaan, hordoftoonni Amantaa Islaamaa hundaan Ayyaana Iidal Adahaa waggaa…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Shimallis Ayyaana Iidal Adahaa ilaalchisuun ergaa dabarsan Debela Tadesse Jun 27, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 20, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan hordoftoota Amantaa Islaamaan baga Ayyaana Iid Al Adahaa Waggaa 1444ffaa Nagaan Geessan…
Oduu biyya keessaa Aadde Sa’aadaa Abdurahmaan ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Jun 27, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 20, 2015 (FBC) – Af Yaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurahmaan Ayyaana Iida Adahaa waggaa 1444ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Guutuun…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad ergaa baga ittiin isin gahee dabarsan Debela Tadesse Jun 27, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 20, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Ayyaana Iidal Adahaa boru kabajamu ilaalchisee ergaa bagaa ittiin isin gahee dabarsaniiru. Iidal Adahan ayyaana…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Jun 27, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 20, 2015 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen ayyaana Iidal Adahaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Hordoftoota Amantaa…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantoonni naannolee ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Jun 27, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 20, 2015 (FBC) – Pireezidaantoonni naannolee Ayyaana Iidal Adahaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Pireezidaantiin naannoo Beenishaanguul Gumuz…
Oduu biyya keessaa Dooktar Girmaa Amanteen jila bizinasii Naayijeeriyaa waliin mari’atan Debela Tadesse Jun 27, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 20, 2015 (FBC)- Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen jila Bizinasii Naayijeeriyaa Pireezidaantii Duraanii Naayijeeriyaa Oliseengoo Obasaanjoon durfamuu…
Oduu biyya keessaa Mootummaan gaaffilee dhiyeessa Xaa’oo biyyoo deebisuuf bittaa xaa’oo Meetirk Toonii miiliyoona 1.2… Sifen Megersa Jun 27, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 20, 2015 (FBC) – Mootummaan gaaffilee dhiyeessa Xaa’oo biyyoo deebisuuf bittaa xaa’oo Meetirk Toonii miiliyoona 1.2 raawwachuu Tajaajilli Kominikeeshinii mootummaa…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan wixineewwan Dhaabbanni Walta’iinsa Barnootaa Idil Addunyaa kaa’e dhugoomsuuf… Debela Tadesse Jun 27, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 20, 2015 (FBC)- Dhaabbanni Walta’iinsa Barnootaa Idil Addunyaa wixineewwan kaa’e dhugoomsuuf Ityoophiyaan kutannoo qabaachuu Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri…