Oduu biyya keessaa Dhaloota cimaa ijaaruu itti fufna – Aadde Adaanach Abeebee Debela Tadesse Jun 27, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 20, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti daa'imman qaamaa fi sammuun dagaaganii akka guddatan cimnee hojjechuu itti fufna jedhan Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Geetuun durfamu facaasaa kilaastera Qamadii eegalchiise Debela Tadesse Jun 27, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 20, 2015 (FBC) – Jilli Hoogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuun durfamu, Godina Shawaa Bahaa Aanaa Ada'aatti facaasaa kilaastara Qamadii eegalchiiseera.…
Oduu biyya keessaa Obbo Ordiin Baadriin Ayyaana Iidal Adahaa sababeffachuun maddii qoodan Debela Tadesse Jun 27, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 20, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Hararii Obbo Ordiin Baadriin Ayyaana Iidal Adahaa sababeeffachuun manguddootaa fi miidhamatoota qaamaaf maddii qoodaniiru.…
Oduu biyya keessaa Hawaasni Musliimaa Ayyaana Iidal Adahaa lammiileef deeggarsa taasisuun akka dabarsu waamicha… Debela Tadesse Jun 27, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 20, 2015 (FBC)- Manni Maree Olaanaa Dhimmoota Islaamummaa Magaalaa Finfinnee hawaasni Musliimaa Ayyaana Iidal Adahaa lammiilee deeggarsa barbaadaniif deeggarsa…
Oduu biyya keessaa Aanaa Saqqaa Coqorsaatti pirojaktiin bishaanii dhugaatii Birrii miiliyoona 93n ijaarame eebbifame Debela Tadesse Jun 27, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 20, 2015 (FBC)- Godina Jimmaa Aanaa Saqqaa Coqorsaatti pirojaktiin bishaanii dhugaatii Birrii miiliyoona 93’n ijaarame eebbifameera. Pirojaktichi waggaa 2’n dura…
Biiznasii Maallaqni osoo hin sassaabamin hafe Birriin biiliyoonni 15 argame Sifen Megersa Jun 27, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 20, 2015 (FBC) – Maallaqni osoo hin sassaabamin hafe Birriin biiliyoonni 15 argamuu gabaasni Bara baajataa 2014 Waajjira Oodiitara Muummee Federaalaa beeksiise.…
Oduu biyya keessaa Humni Galaanaa Ityoophiyaa miseensota humna galaanaa ogummaa adda addaan leenji’an eebbise Debela Tadesse Jun 27, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 20, 2015 (FBC) – Humni Galaanaa Ityoophiyaa miseensota humna galaanaa ogummaa adda addaan leenjii bu’uuraa leenji’an eebbisiiseera. Leenjitoonni kunneen ogummaa…
Oduu biyya keessaa Ayyaana Idal Adahaa sababeeffachuun Madfiin si’a 9 dhukaafamaa-Ministeericha Debela Tadesse Jun 27, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 20, 2015 (FBC)- Ayyaana Idal Adahaa sababeeffachuun boruu ganama Madfiin si’a sagala akka dhukaafamu ibsame. Ministeerrii Raayyaa Ittisa Biyyaa Ibsa FBC'f ergeen,…
Oduu biyya keessaa Dhaabbanni Walta’iinsaa Barnootaa Idil Addunya yaa’ii addaa jalqabaa Ityoophiyaatti gaggeessu eegale Debela Tadesse Jun 27, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 20, 2015 (FBC)- Dhaabbanni Walta’iisaa Barnootaa Idil Addunyaa yaa’ii addaa isaa jalqabaa har’aa Finfinneetti gaggeessuu eegaleera. Yaa’icharratti Ittaanaa Muummee…
Oduu biyya keessaa Shaggaritti pirojektoonni 342 Birri biiliyoona 6 oliin ijaaraman ni eebbifamu-B/Magaalicha Debela Tadesse Jun 27, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 20, 2015 (FBC)-Bulchiinsa Magaalaa Shagaritti pirojektoota garaagaraa 458 xumuramuun tajaajilaaf qaqqabuu Itti Aanaan Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Obbo Guyyoo…