Ayyaana Idal Adahaa sababeeffachuun Madfiin si’a 9 dhukaafamaa-Ministeericha
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2015 (FBC)- Ayyaana Idal Adahaa sababeeffachuun boruu ganama Madfiin si’a sagala akka dhukaafamu ibsame.
Ministeerrii Raayyaa Ittisa Biyyaa Ibsa FBC'f ergeen,…