Boorana Aanaa Elwayyeetti margi lafa hektaara 642 irratti misoome haamaaf qaqqabe
Finfinnee, Caamsaa 30, 2015 (FBC)- Godina Booranaa Aanaa Elwayyeetti margi hektaarri 642 irratti misoome haamaaf qaqqabuu Ministeerri Jallisii fi Naannawaa Gammoojjii beeksise.
Nyaanni…