Manni murtichaa Gobozee Sisaay dabalatee namoota dhuunfaa 7 irratti himanni akka banamu guyyoota 5…
Finfinnee, Caamsaa 29, 2015 (FBC) – Manni Murtii Olaanaa Federaalaa Dhaddachi Lidataa Ramaddii1ffaa Gobozee Sisaay dabalatee namoota dhuunfaa 7 irratti abbaan Alangaa himata akka banu…