Daballiin gatii manneen barnootaa dhuunfaan taasisan garmalee ta’uu maatiin komatan
Finfinnee, Caamsaa 2, 2015 (FBC) – Daballiin gatii manneen barnootaa dhuunfaan taasisan garmalee humnaa ol kan ta'eedha jechuun maatiin komataniiru.
Manneen barnootaa dhuunfaan dhaloota…