Damee qonnaa faayinaansiin deeggaruun bu’aalee galmaa’aa jiran itti fufsiisuuf hojjetamaa jira- Obbo…
Finfinnee, Caamsaa 2, 2015(FBC)- Damee qonnaa faayinaansiin deeggaruun bu’aalee jajjabeessaa galmaa’aa jiran itti fufsiisuuf hojjetamaa jiraachuu Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad…