Waliigalteen ijaarsa Piroojektii Bishaan dhugaatii Birrii biiliyoona 1.5 mallattaa’e
Finfinnee, Caamsaa 1, 2015 (FBC) – Piroojektii Bishaan dhugaatii fi qulqullina naannoo hawaasa kuma 49 fayyadamoo taasiisu Birrii biiliyoona 1.5 ijaaruuf waliigalteen mallattaa'eera.…