Biiznasii Baankichi liqii Birrii biiliyoona 29 kennuuf qophaa’uu ibse Debela Tadesse Sep 26, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2016 (FBC)-Baankiin Misoomaa Itiyoophiyaa bara baajataa 2016tti sochoostota Intarpiraayizoota Giddugaleessaaf liqii Birrii biiliyoona 20 kennuuf karoorfachuu…
Oduu biyya keessaa Naannoleen Mawulida sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsan Debela Tadesse Sep 26, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2016 (FBC)- Pireezidaantonni naannolee garaagaraa ayyaana dhalachuu Nabiyyuu Mahaammaad (SAW) (Mawulida) 1498ffaa sababeeffachuun hordoftoonni Amantaa Islaamaa ergaa…
Biiznasii Daandiin Qilleensicha balallii gara Guuwanzhuutti taasisuu dabalu ibse Debela Tadesse Sep 26, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2016 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa torbeetti balallii gara Guuwanzhuu Chaayinaatti taasisu gara 10’tti guddisuu ibse. Kanaan dura torbanitti balallii…
Oduu biyya keessaa Walii keenya waldeeggaruun rakkoolee keenya darbuu qabna-Obbo Aganyawu Tashaagar Debela Tadesse Sep 26, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2016 (FBC)- Walii keenya waldeeggaruun rakkoolee keenya darbuu qabna jechuun Afyaa’iin Mana Maree Federeeshinii Obbo Aganyawu Tashaagar dubbatan. Obbo Aganyawu…
Oduu biyya keessaa Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 197 olitti tilmaamaman to’ataman Debela Tadesse Sep 26, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2016 (FBC)- Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 197 olitti tilmaamamu to’atamuu Komishiniin Gumuruukaa beeksise. Koomishinichi Fulbaana 4-11, 2016’tti…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech Ayyaana Mawulidaa sababeeffachuun ergaa dabarsan Debela Tadesse Sep 26, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2016 (FBC)- Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Ayyana Mawulidaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isiin gahee dabarsaniiru. Aadde Adaanech gama…
Oduu biyya keessaa Naannoleen Mawulida sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsan Debela Tadesse Sep 26, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2016 (FBC)- Pireezidaantonni naannolee garaagaraa ayyaana dhalachuu Nabiyyuu Mahaammaad (SAW) (Mawulida) 1498ffaa sababeeffachuun hordoftoonni Amantaa Islaamaa ergaa…
Oduu biyya keessaa Leenjiin Qondaaltota Olaanoo Paartii Badhaadhina kennama ture xumurame Debela Tadesse Sep 26, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2015 (FBC)-Leenjiin Qondaaltota Olaanoo Paartii Badhaadhinaaf guyyoota 12’f Magaalaa Adaamaatti kennamaa ture milkaa’inaan xumuramuu Dursan Ittaanaa Pireezidaantii…
Oduu biyya keessaa Sirni Gubaa Masqalaa fi Mawulidni nagaan akka xumuramuuf qophii gahaan taasifameera-Humna Waloo Debela Tadesse Sep 26, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2016 (FBC)- Sirni Gubaa Masqalaa fi Ayyaanni Mawulidaa nagaan Kabajamee akka xumuramuuf qophii gahaa taasisuu Humni Waloo Nageenyaa fi Tasgabbii beeksise. Humnichi…
Idil Addunyaa Koomiishiniin Awurooppa Tuuniziyaaf deeggarsa Yuuroo miiliyoona 127 eeyyame Debela Tadesse Sep 26, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2016 (FBC)- Waliigalteewwan Gamtaa Awurooppaa fi Tuuniiziyaa gidduutti mallatteeffaman hojiirra oolchuuf Koomiishiniin Awurooppaa Tuuniiziyaaf deeggarsa Yuuroo…