Fiigicha guddattootaa fi Dargaggootaa Zaambiyaatti gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa…
Finfinnee, Eebla 21, 2015 (FBC) – Fiigicha guddattootaa fi Dargaggootaa Zaambiyaatti har'a gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa milkaa'aniiru.
Fiigicha meetira kuma 3 dubartoota umrii…