Jilli Dooktar Girmaan durfamu naannoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaatti hojiilee misoomaa…
Finfinnee, Bitootessa 29, 2015 (FBC) – Jilli Ministira Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen durfamu naannoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaatti hojiilee misooma Qonnaa daawwateera.…