Oduu biyya keessaa Dorgommiin ‘Faanaa Laamroot’ marsaa 13ffaan eegale Debela Tadesse Apr 8, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2015 (FBC)- Faanaa Biroodkaastiingi Koorporeetiin kan qophaa’e dorgommiin ‘Faanaa Laamroot’ marsaa 13ffaan guyyaa har’aa eegaleera. ‘Faanaa Laamroot’ dorgomtoota…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin marii sosochii Buusaa Gonofaa Oromiyaa Caasaa Federaalaa gaggeeffame Debela Tadesse Apr 8, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2015 (FBC)- Waltajiin marii sosochii Buusaa Gonofaa Oromiyaa caasaa Federaalaa gaggeeffameera. Waltajjicharratti Ministiroonni, Qondaaltonni Olaanoo fi kanneen…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Hoji fi Ogummaa Indaastirii Chaayinaa waliin waliigaltee mallatteese Debela Tadesse Apr 8, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2015 (FBC)- Ministeerri Hoji fi Ogummaa Indaastirii Oomisha Huccuuwwanii Chaayinaa waliin waliigaltee mallatteesse. Waliigaltechi ogeeyyiin Ityoophiyaa gabaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa bu’ura jabaarratti ijaaruuf dargaggoonni biyya isaanii akka beekan taasisuun… Debela Tadesse Apr 8, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2015 (FBC)- Ityoophiyaa bu’ura jabaarratti ijaaruuf dargaggoonni biyya isaanii akka beekan fi akka walitti dhiyeenya uuman taasisuun barbaachisaadha jedhan Ministir…
Oduu biyya keessaa Walabummaan bulchiinsaa jiraachuu dhabuun guddina yuunivarsiitiiwwaniirratti dhiibbaa… Debela Tadesse Apr 8, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2015 (FBC)- Walabummaan bulchiinsaa jiraachuu dhabuun guddina yuunivarsiitiiwwaniirratti dhiibbaa uumuu Pireezidaantiin yuunivarsiitii Finfinnee Pirofeesar Xaasawu…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa waggaa 77ffaa isaa kabajaa jira Debela Tadesse Apr 8, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2015 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa waggaa 77ffaa hundeeffamee isa kabaja jira. Daandiin qilleensichaa hojii erga eegalee waggaa 77 kan guute yoo ta’u,…
Oduu biyya keessaa Sagantaa Afxiraa daandiirraaf duulli qulqullinaa gaggeeffame Debela Tadesse Apr 8, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2015 (FBC)- Sagantaa Afxiraa daandiirraa har’a gaggeeffamuuf duulli qulqullinaa Addabaabaayii Masqalaattii gaggeeffameera. Duulicharratti jiraattonni Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Sagantaan Fooyya’insa Nyaataa lammiilee miliyoona 9 ol fayyadamoo taasisuu ifoome Debela Tadesse Apr 8, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2015 (FBC)- Sagantaan Fooyya'insa Sirna Nyaataa Naannoo Oromiyaa lammiilee miliyoona 9.69 fayyadamoo taasisu ifoomeera. Sagantichi sekteroota sadarkaa naannoo,…
Oduu biyya keessaa Humna Addaa naannoolee deebisne gurmeessina malee ni diigna hinjenne-Jeneraal Ababaawu Taaddasaa Debela Tadesse Apr 8, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2015 (FBC)- Humna Addaa Naannolee hojiin deebisanii gurmeessuu ammaa kan eegalee miti jedhan Ittaanaan Itaamaajoor Shuumii Waliigalaa Raayyaa Ittisaa Biyyaa…
Oduu biyya keessaa Sagantaan beeksisaa fi galii walitti qabuu Kitaaba Dhaloota Ida’amuu Gaambeellaatti gaggeeffame Debela Tadesse Apr 8, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2015 (FBC)- Sagantaan beeksisaa fi galii walitti qabuu kitaaba Dhaloota Ida’amuu Magaalaa Gaambeellaatti gaggeeffamuu eegale. Pireezidaantiin Naannoo Gaambeellaa…