Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalaa Finfinnee muudama garaagaraa laate Sifen Megersa Aug 24, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2015 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee ce'umsa muudama hooggansaa fi ramaddii haaraa taasiseera. Bara 2015 keessa gamaaggama taasiiseen ciminootaa fi…
Idil Addunyaa Xiyyaari dursaan Waaginar keessa turan caccabuu ibsame Sifen Megersa Aug 23, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 17, 2015 (FBC) –Xiyyaarri hogganaan waraana miindaa guddaan qacaramee lolu 'Waaginar' Piriigoozhin keessa tura kufaa caccabuu ibsameera. Xiyyaara har'a Kaaba Mooskootti…
Fayyaa Yuunivarsiitiin Jimmaa meeshaalee yaala fayyaa Birrii miiliyoona 28 baasu itti dhaabbilee fayyaa… Sifen Megersa Aug 23, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 17, 2015 (FBC) – Yuunivarsiitiin Jimmaa Dhaabbata fayyaa addunyaa waliin ta'un meeshaalee yaala fayyaa Birrii miiliyoona 28 baasu dhaabbilee fayyaa garaagaraaf deeggarsa…
Ispoortii Atleetonni Ityoophiyaa 4 meetira kuma 5n xumuraaf darban Sifen Megersa Aug 23, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 17, 2015 (FBC) – Fiigicha gulaallii meetira kuma 5n galgala kana gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa 4 xumuraaf darbaniiru. Gudaaf Tsaggaayii 2ffaa fi Madinaa Isaan…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Pireezidaantii Chaayinaa Shii Jiinpiing waliin mari’atan Sifen Megersa Aug 23, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 17, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Afrikaa Kibbaatti Pireezidaantii Chaayinaa Shii Jiinpiing waliin dhimmoota waloorratti mari'ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Naannoo Sidaamaatti Qaxarriin seeraan ala raawwatame 752 haqame Sifen Megersa Aug 23, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 17, 2015 (FBC) – Aanaalee fi bulchiinsa magaalotaa naannoo Sidaamaatti Qaxarriin hojjettootaa seeraan ala raawwatame 752 haqamuu Biiroon Paabilik Sarvisii fi Qabeenya…
Oduu biyya keessaa Naannoo Amaaraatti Qonnaan Bultoonni gara hojii qonna gannaatti deebi’aa jiru -Qajeelcha… Sifen Megersa Aug 23, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 17, 2015 (FBC) –Naannoo Amaaratti Nagaa fi tasgabbii argame caalmaatti itichuuf oppireeshiniin eegalame cimee akka itti fufu Qajeelchi waliigalaa labsii yeroo ariifachisaa…
Oduu biyya keessaa Boordiin Qorannoo hordoffii fi to’annoo eegale cimsee itti fufuu qaba – Aadde Loomii… Sifen Megersa Aug 23, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 17, 2015 (FBC) –Boordiin Qorannoo labsii yeroo ariifachiisaa hordoffii fi to'annoo eegale cimsee itti fufuu akka qabu Itti Aantuun Af Yaa'ii Mana Maree Bakka Bu'oota…
Oduu biyya keessaa Baankiin Addunyaa deeggarsa godaantootaaf taasiisu cimsee akka itti fufu gaafatame Sifen Megersa Aug 23, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 17, 2015 (FBC) –Baankiin Addunyaa deeggarsa hawaasa godaantootaa keessummeessuuf taasisu cimsee akka itti fufu Daayrektarri jeneraalaa Tajaajila Godaantotaa fi…
Oduu biyya keessaa Qormaanni sagantaa fooyya’iinsa dandeettii yeroo dhiyootti ni laatama – Ministeera Barnootaa Sifen Megersa Aug 23, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 17, 2015 (FBC) – Qormaanni sagantaa fooyya’iinsa dandeettii yeroo dhiyootti waan laatamuuf qoramtoonni qophii akka taasisan Ministeerri Barnootaa gaafate. Qormaanni…