Baatiiwwan 3 dhufanitti xaa’oon kuntaalli miiliyoonni 7 ol gara biyyaa ni gala- Ministeera Qonnaa
Finfinnee, Bitootessa 23, 2015(FBC)- Baatiiwwan 3 dhufanitti xaa’oon kuntaalli miiliyoonni 7fi kumni 700 gara biyyaa kan galu ta’uu Ministeerri Qonnaa beeksise.
Bara oomishaa 2015/16’f…