Tamirri qulqullinni isaa hin eegamneefi same gabaaf dhiyaachuuf ture mana nama dhuunfaa keessatti…
Finfinnee, Bitootessa 21, 2015(FBC)- Tamirri qulqullinni isaa hin eegamneefi same gabaaf dhiyaachuuf ture mana nama dhuunfaa keessatti to’atamuu Poolisiin Magaalaa Finfinnee beeksise.…