Oduu biyya keessaa Waltajjiin marii ‘Addi Wag’ gaggeeffamaa jira Debela Tadesse Aug 19, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 13, 2015 (FBC)- Waltajjiin marii ‘Addis Wag’ Mata duree “Tattaffiin Gannaa Misooma Waggaati” jedhuun gaggeeffamaa jira. Waltajjichis Waajjira Muummee Ministiraatti…
Biiznasii Waldaan Aksiyoonaa Liqii fi Qusannaa Addis gara Baankiitti guddate Debela Tadesse Aug 19, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 13, 2015 (FBC)- Waldaan Aksiyoonaa Liqii fi Qusannaa Addis moggaasaa “Waldaa Aksiyoonaa Baankii Sikkeet” jedhuun gara Baankiitti guddachuu beeksise. Dhaabbatichi…
Fayyaa Oromiyaatti agoobarri miiliyoona 7 ol raabsameera Debela Tadesse Aug 19, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 13, 2015 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti dhibee busaa ittisuuf ogoobarri miiliyoona 7 ol raabsamuu Biiroon Fayyaa naannichaa beeksise. Biirichatti Daayrektarrii Sagantaa…
Ispoortii Shaampiyoonaan Atileetiksii Addunyaa 19ffaa har’a eegala Debela Tadesse Aug 19, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 13, 2015 (FBC)- Shaampiyoonaan Atileetiksii Idil Addunyaa 19ffaan har’a Buudaapeestittii eegala. Dorgommii har’aa eegaluun halkan sa’aatii 3:55 irratti fiigicha…
Oduu biyya keessaa Meeshaaleen kontirobaandii Birrii miiliyoona 22 olitti tlmaamaaman to’ataman Debela Tadesse Aug 19, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 13, 2015 (FBC)- Koomishinii Gumurukaa Waajjiraa Damee Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Booleetti meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 22 olitti timaamaman…
Oduu biyya keessaa MM Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Emereetota Arabaa Gamtoomanii waliin biqiltuu dhaaban Debela Tadesse Aug 18, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Emereetota Araba Gamtoomanii Sheek Mahaammad Biin Zayiid Al Naahiyaan waliin biqiltuu…
Oduu biyya keessaa MM Dooktar Abiyii fi Pireezidaantiin UAE Goodaambaa Saayinsii daawwatan Debela Tadesse Aug 18, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Emereetota Araba Gamtoomanii Sheek Mahaammad Biin Zayiid Al Naahiyaan Goodambaa Saayinsii…
Oduu biyya keessaa Qabiinsi mirga namoomaa shakkamtoota labsii yeroo ariifachiisan to’ataamanii haala gaariirraa… Debela Tadesse Aug 18, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2015 (FBC)- Qabiinsi mirga namoomaa shakkamtoota labsii yeroo ariifachiisaan to’annoo jala olfamanii haala gaariirra jiraachuu Boordiin Qorataa Raawwii Labsii Yeroo…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi UAE gidduutti waliigalteen dameewwan garaagaraa 17 mallatteeffame Debela Tadesse Aug 18, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad jila Pireezidaantii Emereetota Araba Gamtoomanii Sheek Mahaammaad Biin Zayid Al Naahiyaan waliin marii…
Oduu biyya keessaa Wixineen Heera mootummaa naannoo Kibba Ityoophiyaa ragga’e Sifen Megersa Aug 18, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2015 (FBC) – Wixineen Heera mootummaa naannoo Kibba Ityoophiyaa sagalee caalmaan ragga’eera. Komishiniin raggaasiiftuu Heera Mootummaa naannoo Kibba Ityuoophiyaa…