Oduu biyya keessaa Mariin hoggantoota olaanoo Paartii Badhaadhinaa xumurame Ayana Dheressa Mar 15, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2015(FBC)- Mariin hoggantoonni olaanoon Paartii Badhaadhinaa raawwii karoora baatiiwwan jahan darbanii irratti gaggeessaa turan goolabameera. Waltajjichaan…
Oduu biyya keessaa Naannoo Beenishaangul Gumuzitti Feestivaalli Aadaa kabajamuu eegale Debela Tadesse Mar 15, 2023 0 Finfinnee, Bitootessaa 6, 2015 (FBC)- Naannoo Beenishaangul Gumuzitti Feestivaalli Aadaa sagantaalee garaagaraan kabajamuu eegaleera. Mata duree “Aadaan keenyaa waliin jireenyaa fi…
Idil Addunyaa Ameerikaan Raashiyaan diroonii koo rukutte jechuun komatte Ayana Dheressa Mar 15, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2015(FBC)- Ameerikaan Raashiyaan diroonii koo jeettii waraanaan rukutuun Garba Gurraacha keessatti kufiste jechuun komatte. Ameerikaan jeettiin waraanaa Raashiyaa…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaa Makonnin Ministira Dhimma Alaa Ameerikaa Antoonii Bilinkan waliin mari’atan Ayana Dheressa Mar 15, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2015(FBC)- Ittaanaan Muummee Ministiraafi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonnin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Ameerikaa Antoonii Bilinkan…
Oduu biyya keessaa Antoonii Biliinkan Finfinnee galan Sifen Megersa Mar 14, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2015 (FBC) – Ministirri Dhimma Alaa Ameerikaa Antoonii Biliinkan daawwannaa hojiif Finfinnee galaniiru. Biliinkan wayita buufata xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee…
Oduu biyya keessaa Adeemsi waliigaltichaa Ityoophiyaanonni rakkoo keessoo isaanii mariin furachuuf ummata ogummaa qaban… Sifen Megersa Mar 14, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2015 (FBC) – Adeemsi waliigaltichaa Ityoophiyaanonni rakkoo keessoo isaanii mariin furachuuf ummata ogummaa qaban ta'uu kan mul'isuu ta'uu Afrikaa Bahaatti Ergamaan…
Oduu biyya keessaa Gamtaan Awurooppaa hariiroo Ityoophiyaa waliin qabu guddisuuf fedhii qabaachuu beeksise Sifen Megersa Mar 14, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2015 (FBC) – Gamtaan Awurooppaa hariiroo Ityoophiyaa waliin qabu caalmaatti guddisuuf fedhii qabaachuu Tajaajila Dhimma Alaa Gamtaa Awurooppaatti Itti aanaa…
Oduu biyya keessaa Hariiroon ummata Ityoophiyaa fi Somaaliyaa gidduu jiru dabalaa jira- Pireezidaantii Somaaliyaa Sifen Megersa Mar 14, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2015 (FBC) – Hariiroon obbolummaa uummata Ityoophiyaa fi Somaaliyaa gidduu jiru yeroo gara yerootti dabalaa jiraachuu Pireezidaantiin Somaaliyaa Hasan Sheek…
Oduu biyya keessaa Biirichi sagantaa dorgommii kalaqaa barattootaa fi barsiisotaa marsaa 2ffaa borurraa eegalee ni… Sifen Megersa Mar 14, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2015 (FBC) – Biiroon Barnootaa Oromiyaa sagantaa dorgommii kalaqaa barattootaa fi barsiisotaa marsaa 2ffaa borurraa eegalee kan qopheessu ta'uu beeksise.…
Oduu biyya keessaa Naannoo Sidaamaatti Piroojektii Bishaan Dhugaatii lammiilee kuma 84 fayyadamoo taasiisu ijaaruuf… Sifen Megersa Mar 14, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2015 (FBC) – Naannoo Sidaamaa magaalaa Dhaayeetti Piroojektiin Bishaan Dhugaatii qulqulluu lammiilee kuma 84 fayyadamoo taasiisu ijaaruuf dhagaan bu'uuraa kaa'ame.…