Oduu biyya keessaa Af-Yaa’iiwwan naannolee magaalaa Gaambeellaa galan Ayana Dheressa Mar 14, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa ,2015 (FBC)- Af-Yaa’iiwwan naannolee hundaafi bulchiinsa magaalaa Dirree Dawaa magaalaa Gaambeellaa galuu ibsameera. Af-Yaa’iiwwan kunneen wayita buufata xiyyaaraa…
Oduu biyya keessaa Humni walichaa namoota dhuunfaa daddabarsa Doolaara seeraan alaa fi yakka biroon shakkaman to’annoo… Sifen Megersa Mar 14, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2015 (FBC) – Humni waloo Nageenyaa namoota dhuunfaa daddabarsa Doolaara seeraan alaa fi yakka biroon shakkaman to’annoo jala oolchuu beeksise. Humni walichaa…
Oduu biyya keessaa Lammiilee Booranaa hongeen miidhamaniif galii walitti qabuuf Konsartiin qophaa’e – WAO Sifen Megersa Mar 14, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2015 (FBC) – Lammiilee Booranaa hongeen miidhamaniif galii walitti qabuuf Konsartiin qophaa’uu Waldaan Artiistoota Oromoo beeksise. Konsartii ‘Lammiikoof’ jedhu…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitii Jimmaaf deeggarsi meeshaalee yaala fayyaa Birrii miiliyoona 100 taasifame Ayana Dheressa Mar 14, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa ,2015 (FBC)- Giddugala Waldhaansa Fayyaa Yuunivarsiitii Jimmaaf deeggarsi meeshaalee yaala fayyaa Birrii miiliyoona 100’tti shallagamuu taasifameera. …
Idil Addunyaa Maalaawiitti Obomboleessi Rooba makate lubbuu lammiilee 100 galaafachuu dhaga’ame Sifen Megersa Mar 14, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2015 (FBC) – Maalaawiitti Obomboleessi cimaan Rooba makate lubbuu lammiilee 100 galaafachuu gabaafameera. Obomboleessi 'Maalaawii Fireedii' jedhamu magaalaa…
Teeknooloojii Jilli Obbo Geetuun durfamu giddu-gala baayyisa Sanyii Kormaafi Naayitiroojinii Naqamtee daawwate Sifen Megersa Mar 14, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2015 (FBC) – Jilli Hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuun durfamu giddu-gala baayyisa Sanyii Kormaafi Naatiroojinii Naqamtee daawwateera.…
Oduu biyya keessaa Waliigalteen daldala midhaan alaa Yuukreen haaromfamuu gabaafame Ayana Dheressa Mar 14, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa ,2015 (FBC)- Waliigalteen daldala midhaanii Yuukreen gama Garba Gurraachaan akka taasistu ishee dandeessisu haaromfamuu Ittaanaan Ministira Dhimma Alaa Raashiyaa…
Oduu biyya keessaa Abbootiin Gadaa tumsa bulchiinsi magaalaa Finfinnee lammiilee hongeen miidhamaniif taasise… Sifen Megersa Mar 14, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2015 (FBC) – Abbootiin Gadaa Godina Booraana tumsa bulchiinsi magaalaa Finfinnee lammiilee hongeen miidhamaniif taasise galateeffataniiru. Abbootiin Gadaa kunneen…
Oduu biyya keessaa Raayyaan Ittisa Biyyaa lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 220 taasise Ayana Dheressa Mar 14, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa ,2015 (FBC)- Raayyaan Ittisa Biyyaa kutaalee biyyattIi garaagaraatti lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona dhibba 2fi miiliyoona 20 taasisuu…
Fayyaa Ityoophiyaan biyyoota talaalliiwwan akka oomishaniif adda bahan keessaa tokko ta’uu ibsame Ayana Dheressa Mar 14, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 5 , 2015 (FBC)- Ityoophiyaan biyyoota Afrikaa talaalliiwwan akka oomishaniif adda bahan jaha keessaa tokko ta’uu ibsameera. Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa Giddugala…