Sanyiilee filataamaan baay’ifame kuntaalli kuma 560 ol mankuusaatti galeera – ISFO
Finfinnee, Guraandhala 1, 2015 (FBC)- Sanyiilee filatamaan lafa hektaara kuma 29 fi 700 ol faca’erraa oomishni kuntaalli kuma 560 ol walitti qabamee mankuusatti galfamuu Intarpiraayiziin…