Bara oomishaa kanatti Atarri Akuurii kuntaalli miiliyoonni 5 argame
Finfinnee, Amajjii 30, 2015 (FBC)- Bara oomishaa 2014/15 lafaa hektaara kuma 340 uwwifamerraa oomisha kuntaalli miiliyoonni 5 argamuu Ministeerri Qonnaa beeksise.
Waltajjiin marii…