Oduu biyya keessaa Zayiitiin liitirri miiliyoona 1.2 hawaasaaf raabsame Debela Tadesse Feb 7, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 30, 2015 (FBC)- Dhaabbanni Misooma Galteewwan Indaastirii Ityoophiyaa zayiita nyaataa Jibuutiirraa bitee gara biyyaatti geejjibuun hawaasaaf raabsaa jiraachuu beeksiseera.…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Turkii fi Sooriyaatti balaa kirkira lafaa ga’een lubbuun darbuutti gadda itti… Debela Tadesse Feb 7, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 30, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Turkii fi Sooriyaatti balaa kirkira lafaa ga’een lubbuun namootaa darbuutti gadda itti dhaga’ame ibsan. Muummeen…
Oduu biyya keessaa Murtoon uummataa naannoo Kibbaatti gaggeeffame xumuramuun lakkoofsi sagalee eegaleera- Boordii… Ayana Dheressa Feb 6, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2015 (FBC) – Murtoon uummataa naannoo Kibbaatti gaggeeffame xumuramuun lakkoofsi sagalee eegaluu Boordiin Filannoo Biyyaalessaa beeksise. Knniinsi sagalee uummataa…
Oduu biyya keessaa Barattoonni qabxii darbiinsaa Yuuniivarsiitii fidan filannoo dhaabbilee isaanii hanga Guraandhala… Ayana Dheressa Feb 6, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2015 (FBC) – Barattoonni kutaa 12ffaa barana qoramanii qabxii %50fi isaa ol fidaniifi dhaabbilee barnoota olaanoo mootummaa seenuun barachuu barbaadan filannoo…
Oduu biyya keessaa Obbo Musxafee Mahaammad diyaaspoorota dhalattoota naannichaa ta’an waliin mari’atan Ayana Dheressa Feb 6, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad diyaaspoorota dhalattoota naannichaa ta’an waliin mari’atan. Obbo Musxafeen diyaaspoorota…
Oduu biyya keessaa Godinaalee Walaayittaa, Geedee’oofi Goofaatti adeemsi kenniinsa sagalee Uummataa nagaan xumurame Ayana Dheressa Feb 6, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2015 (FBC) – Murtoo Uummataa naannoo Uummattoota Kibbaatti gaggeeffameen godinaalee Walaayittaa, Geedee’oofi Goofaatti adeemsi kenniinsa sagalee Uummataa nagaan…
Teeknooloojii Ityoo-Telekoom Piroogiraamii haaraa “Ityooteel Innooveeshin” ifoomse Ayana Dheressa Feb 6, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2015 (FBC) – Ityoo-Telekoom Piroogiraamii haaraa “Ityooteel Innooveeshin” jedhamu ifoomse. Piroogiraamichi damee biiznasii kilaawudiifi moobaayil faayinaansiin…
Biiznasii Gatiin gurgurtaa boba’aa haala amma jiruun itti fufa jedhame Ayana Dheressa Feb 6, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2015 (FBC) – Boba’aa xiyyaaraarraan ala gatiin gurgurtaa boba’aa haala amma jiruun kan itti fufu ta’uu Ministeerri Daldalaafi Walitti Hidhamiinsi Naannawaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Muummee Ministiraa Xaaliyaanii Joorjiyaa Meeloonii waliin mari’atan Ayana Dheressa Feb 6, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimadfi jillisaanii Muummee Ministiraa Xaaliyaanii Joorjiyaa Meeloonii waliin mari’ataniiru. Mariisaaniin, tumsa…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Ayyalaan xalayaa muudamasaanii Dura Taa’aa Komishinii Gamtaa Afrikaaf dhiyeessan Ayana Dheressa Feb 6, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2015 (FBC) – Gamtaa Afrikaafi Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Komishinii Diinagdee Afrikaatti bakka bu’aa dhaabbii Ityoophiyaa kan ta’an Ambaasaaddar Ayyalaa…