Ispoortii Moorokoo 1 – 0 Ityoophiyaa Sifen Megersa Jan 7, 2023 0 Finfinnee, Mudde 29, 2015 (FBC) - Taphni michummaa Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa fi Moorokoo gidduutti taphatame olaantummaa Moorokoon xumurameera. Moorokoon goolii 1 fi 0…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 17 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an Sifen Megersa Jan 7, 2023 0 Finfinnee, Mudde 29, 2015 (FBC) - Lammiileen Ityoophiyaa Saa'ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 17 gara biyyaa deebi'aniiru. Lammiileen har'a gara biyyaa deebi'an…
Oduu biyya keessaa Naannoo Somaaleetti karooraa fi hojiirra oolmaa bulchiinsa gaarirratti mari’atame Sifen Megersa Jan 7, 2023 0 Finfinnee, Mudde 29, 2015 (FBC) - Naannoo Somaaleetti karooraa fi hojiirra oolmaa bulchiinsa gaariii waggoottaan sadan itti aananiirratti godina Eerar magaalaa Fiiqitti mari'atameera.…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach hawaasa harka qalleeyyii fi maanguddoota waliin maaddii qoodattan Sifen Megersa Jan 7, 2023 0 Finfinnee, Mudde 29, 2015 (FBC) - Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen ayyaana Qillee sababeeffachuun hawaasa harka qalleeyyii fi maanguddoota waliin maaddii qoodattaniiru.…
Oduu biyya keessaa Birmadummaa fi nageenya biyyaaf jecha Koomaandoo fi Humna Qilleensaa caalmaatti cimsuuf… Sifen Megersa Jan 7, 2023 0 Finfinnee, Mudde 29, 2015 (FBC) - Birmadummaa fi nageenya biyyaaf jecha Koomaandoo fi Humna Qilleensaa yeroo kamuu caalaa haalaan gurmeessuuf qophoofneerra jedhan Itaa Maajooriin Humna…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach kutaalee hawaasaa garaagaraaf maaddii qoodan Sifen Megersa Jan 7, 2023 0 Finfinnee, Mudde 29, 2015 (FBC) - Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen giddu gala nyaataa Amuddiitti argamuun kutaalee hawaasaa garaagaraa waliin maaddii qoodataniiru.…
Oduu biyya keessaa Kan qabnurraa qooduun duudhaa gaarii of dura ummataaf jedhu kan itti agarsiifnuudha – Fiildi… Sifen Megersa Jan 7, 2023 0 Finfinnee, Mudde 29, 2015 (FBC) - Kan qabnurraa qooduun duudhaa gaarii of dura ummataaf jedhu kan itti agarsiifnuudha jedhan Itaa Maajooriin Waliigalaa Raayyaa Ittisaa Fiildi Maarshaal…
Oduu biyya keessaa Biyyoonni garaagaraa ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Jan 7, 2023 0 Finfinnee, Mudde 29, 2015 (FBC) - Embaasiiwwan Biyyoota garaagaraa ayyaana Qillee sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Ityoophiyaatti Embaasiin Awustiraaliyaa, Ingiliiz,…
Idil Addunyaa Hordoftoonni amantaa kiristiyaanaa addunyaa garaagaraarraatti argaman ayyaana Qillee kabajaa jiru Sifen Megersa Jan 7, 2023 0 Finfinnee, Mudde 29, 2015 (FBC) - Hordoftoonni amantaa kiristiyaanaa addunyaa garaagaraarratti ayyaana Qillee sirna hoo'aa ta'een kabajaa jiraachuu ibsameera. Hirdoftoonni Amantaa…
Uncategorized MM Abiy Ahimadii fi Giiftii Dureen Zinnaash Taayyaachoon Ayyaana Qillee sababeeffachuun maaddii… Sifen Megersa Jan 7, 2023 0 Finfinnee, Mudde 29, 2015 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimadii fi Giiftii Dureen Zinnaash Taayyaachoon Ayyaana Qillee sababeeffachuun namoota daandirraa jiraataan waliin maaddii…