Balballoommii fi yaada “Qilleen Gita” Debela Tadesse Jan 6, 2023 0 Finfinnee, Mudde 28, 2015(FBC)- Obbo Baahiruu Habtee, jiraataa Godina Shawaa Kibba Lixaa Aanaa Qarsaa Maallimaati. Obbo Baahiruun wayitaa ayyaanni qillee ga’uu taateewwan…
Oduu biyya keessaa Tigraayitti barnoota eegaluuf marii fi daawwannaan taasifame Debela Tadesse Jan 6, 2023 0 Finfinnee, Mudde 28, 2015(FBC)- Ogeeyyii olaanoon Ministeera Barnootaa Naannoo Tigraayitti haalota barnoota eegalchiisuun danda’amurratti marii fi daawwannaan taasifame. Garechi manneen…
Oduu biyya keessaa Ittaanaan Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa Adama Faaraah ergaa baga ittiin isin ga’ee dabarsan Debela Tadesse Jan 6, 2023 0 Finfinnee, Mudde 28, 2015(FBC)- Ittaanaa Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa Adama Faaraah Ayyaana qillee ilaalchisuun ergaa baga ittiin isin ga’ee dabarsaniiru. Obbo Adam Faaraah ergaa…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Tashoomaa Togaan Koomishinara Koomishinii Haaromsa Biyyaalessaa ta’uun muudaman Debela Tadesse Jan 6, 2023 0 Finfinnee, Mudde 28, 2015(FBC)- Ambaasaaddar Tashoomaa Togaan Mudde 28, 2015 irraa eeglee Koomishinara Koomishinii Haaromsa Biyyaalessaa ta’uun muudamaniiru. Ambaasaaddar Tashoomaan…
Oduu biyya keessaa Abbootiin Amantaalee Ayyaana Dhaloota Yesuus Kiristoos sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee… Ayana Dheressa Jan 6, 2023 0 Finfinnee, Mudde 28, 2015(FBC)- Abbootiin Amantaalee Guyyaa Ayyaana Dhaloota Yesuus Kiristoosiin ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru. Abbootiin Amantaalee kunneen ergaa isaaniin,…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantonni naannolee Ayyaana Qillee sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsan Ayana Dheressa Jan 6, 2023 0 Finfinnee, Mudde 28, 2015(FBC)- Pireezidaantonni naannolee garaagaraa Ayyaana Qillee sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru. Ittaanaan Pireezidaantii Naannoo…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Ayyaana Qillee sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsan Debela Tadesse Jan 6, 2023 0 Finfinnee, Mudde 28, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Ayyaana Qillee bara 2015 sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru. Hordoftoota amantaa kiristaanaa…
Oduu biyya keessaa Afyaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurrahmaan erga baga geessanii dabarsan Debela Tadesse Jan 6, 2023 0 Finfinnee, Mudde 28, 2015 (FBC)- Afyaa’ii Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurahmaan Ayyaana Dhalachuu Yesuus Kiristoos ilaalchisuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Ayyaannichi,…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti Ayyaana Qillee sababeeffachuun duulli qulqullinaa gaggeeffame Debela Tadesse Jan 6, 2023 0 Finfinnee, Mudde 28, 2015(FBC)-Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee Ayyaana Qillee sababeeffachuun duulaan Mana Qopheessaa Fuuldara qulqulleessan. Duulli…
Oduu biyya keessaa Obbo Shimallis Abdiisaan Ayyaana Qillee sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsan Ayana Dheressa Jan 6, 2023 0 Finfinnee, Mudde 28, 2015(FBC)-Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa Ayyaana Qillee sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru. Dhalachuu…