Aadde Adaanach Paarkii Addabaabayii Jaalalaa hojii jalqabsiisan
Finfinnee, Mudde 28, 2015 (FBC) - Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Paarkii Addabaabayii Jaalalaa jedhamu Boolee naannawaa Dambalitti argamu hojii jalqabsiisaniiru.…