Itiyoophiyaa bakka ga’umsa tuuristootaa filatamtuu taasisuuf hojjetamaa akka jiru akeekame
Finfinnee, Mudde 29, 2017 (FMC)-Itiyoophiyaa Afrikaa keessaa bakka ga’umsaa tuuristootaa filatamtuu taasisuuf bakkeewwan hawwata tuuriizimii jiran sadarkaa Idil Addunyaa akka guutan…