Oduu biyya keessaa Waltajjii injifannoo dippiloomaasii olaanaa argamsiise… Sifen Megersa Dec 2, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 23, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad yaa’ii biyyoota garee 20 Afrikaa Kibbaatti gaggeeffame cinatti hoggantoota biyyoota 16 waliin dhimmoota…
Oduu biyya keessaa Gaaffii abbootii qabeenyaaf saffisaan deebii kennuun yaa’iinsa invastimantii dabaleera- Komishinicha Ayana Dheressa Dec 2, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 23, 2018 (FMC)- Komishiniin Invastimantii Itiyoophiyaa gaaffii abbootii qabeenyaaf saffisaan deebii kennuun yaa’iinsa invastimantii dabaleerajedhe. Komishinarri…
Teeknooloojii Guddina Diinagdee waaraa mirkaneessuuf hubannoo namtolcheef xiyyeeffannoo kennuun barbaachisaadha –… Sifen Megersa Dec 2, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 23, 2018 (FMC) – Guddina Diinagdee waaraa mirkaneessuuf hubannoo namtolcheef xiyyeeffannoo kennuun barbaachisaadha jedhe Mootummoota Gamtoomaniitti sagantaan Misoomaa.…
Oduu biyya keessaa Hojiilee Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Baatiwwan Onkololeessaa fi Sadaasaa keessa… Sifen Megersa Dec 2, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 23, 2018 (FMC) – Hojiilee ijoo biyyaalessaa fi addunyaalessaa Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Baatiwwan Onkololeessaa fi Sadaasaa keessa raawwatan Waajjirri…
Ispoortii Morkii Waancaa Afrikaaf darbuu fi sadarkaa 3ffaa argachuuf Itiyoophiyaa fi Keeniyaa gidduutti… Sifen Megersa Dec 2, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 23, 2018 (FMC) –Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa umrii waggaa 17 gadii morkiin Waancaa Afrikaaf darbuu fi sadarkaa 3ffaa argachuuf har'a gita isaa Keeniyaa…
Ispoortii Taphoonni Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 14ffaan har’aa eegaluun taphatamu Sifen Megersa Dec 2, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 23, 2018 (FMC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 14ffaan tapha har’a Fuulhaam Maanchiister Siitii, Boornimaawuuz ammoo Eevartan keessummeessaniin eegalama.…
Oduu biyya keessaa Dooktar Iyyoob Takkaalinyi Alergitoota waliin mari’atan Tsehay Guluma Dec 1, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 22, 2018 (FMC)- Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa Dooktar Iyyoob Takkaalinyi alergitoota Bunaa, Salixaa fi oomishaalee dheedhii waliin mari’ataniiru. Marii…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti hojmaanni komii kaffaltoota gibiraa qoratee deebii kennu eegaluufi Tsehay Guluma Dec 1, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 22, 2018 (FMC)- Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti hojmaanni komii kaffaltoota gibiraa qoratee deebii kennuuf dandeessisu kamisa dhufurraa eegale hojiirra oola. Hojmaanni…
Oduu biyya keessaa Galmeen Imala Hajii bara 2018 eegale Tsehay Guluma Dec 1, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 22, 2018 (FMC)- Galmeen Imala Hajii bara 2018 buufataalee hundatti eegaleera. Dursaan Itti aanaa Pireezidaantii Mana Maree waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Guyyoota kurnan itti aanaan haalli qilleensaa gogaa fi qorraa ta’e cimee itti fufa Sifen Megersa Dec 1, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 22, 2018 (FMC) – Guyyoota kurnan itti aanaan haalli qilleensaa gogaa fi qorraa ta’e cimee itti fufa jedhe Inistiityuutiin Raaga Haala Qilleensaa Itiyoophiyaa.…