Hojiiwwan Ashaaraa magariisaa baroottan darban hojjatamaniin bu’awwan hedduun argaman-…
Finfinnee, Adoolessa 27, 2018 (FMC)- Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa Godina Shawaa Bahaa Aanaa Fantaallee Ganda Ilaalaatti biqiltuu dhaabaniiru.…