Teeknooloojii Tajaajila uummataafi mootummaa walitti dhiyeesse Ayana Dheressa Jul 31, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2018( FMC)- Gaaffilee abbootiin dhimmaa dhaabbilee mootummaa irratti kaasaa turan keessaa kenniinsi tajaajilaa ammayyaa’uu dhabuun isa tokko. Kenniinsi tajaajilaa…
Oduu biyya keessaa Daandiin qilleensichaa boru irraa eegalee Goondar irraa gara Humaraatti balallii dhaabbii ni eegala Ayana Dheressa Jul 31, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2018( FMC)- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa boru Adoolessa 25, 2018 irraa eegalee Goondar irraa gara Humaraatti tajaajilli balallii dhaabbiin ni eegala jedhe.…
Oduu biyya keessaa Ulaan galaanaa dhimma seenaa, seeraa, haqummaa fi jiraachuufi jiraachuu dhabuuti Ayana Dheressa Jul 31, 2026 0 Gaaffiin ulaa galaanaa Itiyoophiyaa fedhii siyaasaa osoo hin taane gaaffii seenaa, seeraa, haqummaa fi dhimma jiraachuufi jiraachuu dhabuuti. Yeroo ammaa baay’ina uummataa miiliyoona…
Oduu biyya keessaa Marichi ajandaalee gara waraanaatti nu geessan irratti mari’achuun nageenya fiduu dandeessisa-… Ayana Dheressa Jul 31, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2018( FMC)- Marichi ajandaalee gara waraanaatti nu geessan irratti mari’achuun nageenya fiduu kan dandeessisu waan ta’eef uummanni abdiin eegaa jira jedhan…
Oduu biyya keessaa Naannoolee Balaa Lolaatiif Saaxilaman Balaa Irraa Ittisuuf Xiyyeeffannoon Hojjetamaa Jira Yonatan Birhanu Jul 31, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2018 (FMC) – Balaa lolaa karaa qindoomina qabuun hir'isuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira jedhan Ministirri Bishaanii fi Inerjii Dooktar Habtaamuu Ittafaa. Koreen…
Oduu biyya keessaa Biyya yeroo gammachuus ta’e rakkinaatti olloota ishee bira dhaabbattu! Yonatan Birhanu Jul 31, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2018 (FMC) – “Obboloota keenya Afrikaa waliin, keessumaa olloota keenya waliin rakkinas ta'e gammachuu keessatti waliin ni dhaabbanna.” Kun waggoota saddeet dura…
Oduu biyya keessaa Yaa’ii ijoon gareewwan saddet hirmaattota 500 qabaniin Wiixata dhufu eegala- Piroofeesar Masfin… Ayana Dheressa Jul 31, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2018( FMC)- Yaa’ii ijoon gareewwan saddet hirmaattota 500 qabaniin Wiixata dhufu ni eegala jedhan Komishinarri Komishinii Marii Biyyaalessaa Piroofeesar Masfin…
Biiznasii Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 704 olii to’ataman- Komishinii Gumruukaa Ayana Dheressa Jul 31, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2018( FMC)- Komishiniin Gumruukaa Adoolessa 16-22, 2018’tti meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 700 fi miiliyoona 4 olitti tilmaamaman to’atamaniiru jedhe.…
Ispoortii Taphataan duraanii AC Milan Firaankoo Baareezii du’aan boqote Yonatan Birhanu Jul 31, 2026 0 Finfinnee, Adooleessa 24, 2018 (FMC) – Taphataan duraanii kilabii AC Milan Firaankoo Baareezii, umurii waggaa 66tti addunyaa kanarraa du'aan boqoteera. Firaankoo Baareezii bara…
Oduu biyya keessaa Sagantaa Ashaaraa magariisaa tumsa mootummaafi uummataa cimse Ayana Dheressa Jul 31, 2026 0 Jijjiiramaan as inisheetiiviiwwan mootummaan ida’amuu hojiirra oolchee bu’aa qabatamaa galmeessisaa jiran keessaa sagantaan ashaaraa magariisaa adda durummaan ka’a. Bu’aa sagantaan kun…