Baajanni naannichaa Birrii biiliyoona 400 fi biiliyoona 2 ol ta’uun ragga’e
Finfinnee, Adoolessa 25, 2018 (FMC) – Manni Maree Naannoo Amaaraa Yaa’ii Idilee 12ffaa gaggeesseen baajata bara hojii 2019’f Birrii biiliyoona 400 fi biiliyoona 2.2 ta’uun dhiyaate…