Ispoortii Itiyoophiyaan ‘Foorfeedhaan marsaa itt aanuuf dabarte Debela Tadesse Dec 31, 2024 0 Finfinnee, Mudde 22, 2017 (FMC)-Tapha gulaallii kubbaa miilaa dubartoota Umrii 17 gadiin Itiyoophiyaan Foorfeedhaan Marsaa itt aanuuf dabarte. Taphicha marsaa jalqabaan Itiyoophiyaa fi…
Biiznasii Boba’aa seeraan alaa gurguramaa turerratti tarkaanfiin fudhatame Sifen Megersa Dec 30, 2024 0 Finfinnee, Mudde 21, 2017 (FMC) –Boba'aa seeraan alaa gurguramaa turerratti tarkaanfiin seeraa fi bulchiinsaa fudhatamuu Ministirri Ministeera Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa…
Oduu biyya keessaa Oromiyaan haala qilleensaafi teessuma lafaa mijatoo qabaachuun ishee wiirtuu qabeenya bishaanii… Sifen Megersa Dec 30, 2024 0 Finfinnee, Mudde 21, 2017 (FMC) –Oromiyaan haala qilleensaafi teessuma lafaa mijatoo qabaachuun ishee wiirtuu qabeenya bishaanii taasiseera jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti tibba ayyaanaa hanqinni dhiyeessii oomishaalee akka hin mudanne hojjetamaa jira… Sifen Megersa Dec 30, 2024 0 Finfinnee, Mudde 21, 2017 (FMC) –Gabaa Ayyaana Qillee fi Cuuphaarratti hanqinni dhiyeessii oomishaalee akka hin mudanne hojjetamaa Jiraachuu Biiroon Daldalaa Magaalaa Finfinnee beeksise.…
Oduu biyya keessaa Walga’iin Koree Giddugaleessaa Paartii Badhaadhinaa xumurame Sifen Megersa Dec 30, 2024 0 Finfinnee, Mudde 21, 2017 (FMC) – Guyyoota sadan darbaniif taa’amaa kan ture Walga’iin Koree Giddugaleessaa Paartii Badhaadhinaa xumurameera. Walga’ichi dhimmoota biyyaalessaa fi…
Idil Addunyaa Baatii damee Ayiveeshiniin Godaannisa seenaa galmeesse Muddee 2024 Tsehay Guluma Dec 30, 2024 0 Finfinnee, Mudde 21, 2017 (FMC) – Barri Faranjootaa 2024 xumuramaa jiru Baatiin Muddee Indaastirii Ayiveeshiniin Balaa hedduu keessummeessuu ibsameera. Baatii kana keessa balaawwan…
Oduu biyya keessaa Fayyadamtoonni bishaan dhugaatii miiliyoona 74 qaqqabuun ibsame Debela Tadesse Dec 30, 2024 0 Finfinnee, Mudde 21, 2017 (FMC)-Waggoottan jijjiiramaa darban hojiilee hojjetamaniin fayyadamtoonni bishaan dhugaatii miiliyoona 74 qaqqabuu Miseensii Koree Giddugaleessaa paartii…
Oduu biyya keessaa Miseensonni Waraana Bilisummaa Oromoo leenjii Haaromsaa fudhachaa jiran hojiilee misoomaa daawwatan Sifen Megersa Dec 30, 2024 0 Finfinnee, Mudde 21, 2017 (FMC) – Miseensonni Waraana Bilisummaa Oromoo leenjii Haaromsaa fudhachaa jiran magaalaa Adaamaatti hojiilee misoomaa daawwataniiru. Miseensonni WBO walii galtee…
Ispoortii Piriimeer Liigii Ingilaandiin taphoonni tibba ayyaana qillee har’as itti fufuun ni taphatamu Sifen Megersa Dec 30, 2024 0 Finfinnee, Mudde 21, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 19ffaan morkiin tibba ayyaana qillee har’as itti fufuun ni taasiifamu. Har’a halkan sa’aatii 4:45 eegalee…
Oduu biyya keessaa Ayyaana Qilleefi Cuuphaaf hanqinni dhiyeessii oomishaalee garaa garaa akka hin uumamne hojjetamaa… Sifen Megersa Dec 30, 2024 0 Finfinnee, Mudde 21, 2017 (FMC) – Ayyaana Qilleefi Cuuphaaf hanqinni dhiyeessii oomishaalee garaa garaa akka hin uumamne hojjetamaa jiraachuu Biiroon Daldalaa Oromiyaa. Biirichi hanqinni…