Qoodinsa galii waloon Birriin biiliyoonni 71 ol Naannoleef qoodame- Afyaa’ii Aganyawu Tashaagar
Finfinnee,Guraandhala 16, 2018 (FMC) –Bara baajataa 2018 baatiiwwan torban darban qoodiinsa galii waloon Birriin biiliyoonni 71. 33 naannoleef qoodameera jedhan Afyaa’iin Mana Maree…