Biiznasii Proojektiin Hilaalaa Boba’aa fi Gaazii Uumaamaa baasu daawwatame Sifen Megersa Jun 17, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Albuudaa Injiinar Taakkalaa Uumaa fi Ministirri Qonnaa Obbo Umar Huseen abbootii qabeenyaa Turkiyyee waliin ta’uun…
Oduu biyya keessaa Baankiin Addunyaa Ityoophiyaaf Doolaara miiliyoona 405 deeggarsa taasise Ayana Dheressa Jun 17, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2014 (FBC) – Baankiin Addunyaa Ityoophiyaaf Doolaara miiliyoona 405 deeggarsa taasisuu ibsame. Waliigalticha Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shiidee…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad magaalaa Walaayittaa Sooddootti Proojektoota adda addaa daawwatan Sifen Megersa Jun 17, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Naannoo Kibbaa magaalaa Walaayittaa Sooddootti Proojektoota adda addaa ijaarsarratti argaman daawwataniiru.…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti miseensonni poolisii barataa reebaniiru jedhaman to’annaa jala oolan Ayana Dheressa Jun 17, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Gullalleetti miseensonni poolisii barataa reebaniiru jedhaman to’annaa jala ooluun qorannoon irratti gaggeeffamaa…
Oduu biyya keessaa Manni marichaa dhimmoota waloo biyyaalessaa irratti waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteessan Sifen Megersa Jun 17, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2014 (FBC) – Manni Maree Hawaasa Siiviikii Itiyoophiyaa fi Manni Maree Waliinii Paartilee Siyaasaa dhimmoota waloo biyyaalessaa irratti waliin hojjechuuf…
Oduu biyya keessaa Aadde Muufariyaat Kaamiil jila Baankii Misooma Afrikaa waliin mari’atan Ayana Dheressa Jun 17, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2014 (FBC) –Ministirri Ministeera Hojii fi Ogummaa aadde Muufariyaat Kaamiil jila Baankii Misooma Afrikaa waliin hojiilee waloon hojjetaniif haala deeggarsi…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti Dambii fi Wixineen qajeelfamaa haaraan Raayyaan Ummataa ittiin durfamu… Sifen Megersa Jun 17, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Dambii fi Wixineen qajeelfamaa haaraan Raayyaan Ummataa ittiin durfamu qophaa’uu Biiroon Bulchiinsaaf Nageenyaa…
Oduu biyya keessaa Komishinaroonni Komishinii marii Biyyaalessaa preezdaantii naannoo Sidaamaa waliin marii gaggeessaa… Ayana Dheressa Jun 17, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2014 (FBC) – Komishinaroonni Komishinii marii Biyyaalessaa preezdaantii naannoo Sidaamaa Obbo Dassitaa Leeddaamoo fi misensota kaabinee naannichaa waliin magaalaa…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi daandii Sansuusii-Taaxaq-Keellaa tajaajila tiraafikaaf banaa ta’e Sifen Megersa Jun 17, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2014 (FBC) – Ijaarsi daandii Aspaaltii Sansuusii-Taaxaq-Keellaa guutumaa guutuutti tajaajila tiraafikaaf banaa ta’uu ibsameera. Qaama…
Oduu biyya keessaa Afrikaa Bahaatti indaastirii fiilmii babal’isuun carraa hojii uumuun barbaachisaadha-Dooktar… Ayana Dheressa Jun 17, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2014 (FBC) – Afrikaa Bahaatti indaastirii fiilmii babal’isuun carraa hojii hedduu fi karaalee galiin ittiin argamu uumuun barbaachisaa ta’uu Preezdaantiin FDRI…