Agarsiisni kalaqa hojii fi saayinsii 7ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2014 (FBC) – Agarsiisni kalaqa hojii fi saayinsii 7ffaan qopheessummaa Biiroo Barnootaa magaalaa Finfinneen Paarkii Michummaatti gaggeeffamaa jira.
Agarsiisichi…
Humni Naannawaa Afrikaa Bahaa Koongootti akka bobba’u Uhuuruu Keeniyaattaan gaafatan
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2014 (FBC) – Humni Naannawaa Afrikaa Bahaa, Rippaabilikii Dimookiraatawaa Koongootti akka bobba’u Preezdaantiin Keeniyaa Uhuuruu Keeniyaattaan gaafatan.…
Ityoophiyaan Afrika keessaa biyyoota invastimantii alaaf filataman keessa tokko taate
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2014 (FBC) – Dhabbataanni Mootummoota Gamtoomanii biyyoota Afrikaa invastimantii alaaf filatamoo shan keessaa Ityoophiyaan tokko ta’uu eere.
Dhaabbanni…
Maayikroosoof waggoottan 27 booda Appilikeeshinii “Intarneet Eksipoloorar” tajaajila isaa keessaa…
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2014 (FBC) – Dhaabbanni Maayikroosoof waggoottan 27 booda Appilikeeshinii “Intarneet Eksipoloorar” jehamu tajaajila isaa keessaa baasuu beeksise.
Yeroo ammaa…
Agarsiini suuraa fi mariin paanaalii “Waa’ee Ityoophiyaa” Hawaasaatti eegalame
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2014 (FBC) – Qopheessummaa Dhaabbata Pireesii Ityoophiyaatiin marsaa 4ffaaf agarsiisni suuraa “Waa’ee Ityoophiyaa “ jedhu Magaalaa Hawaasaatti banameera.…
Ambaasaaddar Silashii Baqqalaan Ambaasaaddar Tiiboor Naazh waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2014 (FBC) – Ameerikaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Ambaasaaddar Dooktar Injinar Silashii Baqqalaan Ittaanaa Ministira Ministeeraa Dhimma Alaa Dhimmoota Afrikaa…
Naannawaa daldala walabaa Dirre dhawaa dhugoomsuuf bu’uuraaleen misoomaa mijatoon jiraachuun eerame
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2014 (FBC) – Naannawaa daldalaa walabaa Dirree Dhawaatti hundaa’uu, yeroo qabameef keessatti dhugoomsuuf bu’uuraalee misoomaa mijatoon jiraachuun eerame.
Parkii…
Roodmaappii tajaajila gorsaa ekisteenshinii qonna diijitaalaa Ityoophiyaa 2030 irratti mariin…
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2014 (FBC) – Roodmaappii tajaajila gorsaa ekisteenshinii qonna diijitaalaa Ityoophiyaa 2030 irratti mariin gaggeeffamaa jira.
Waltajjicharratti hoggantoonni…
Meeshaaleen maalummaan isaanii hinbeekamnee fi baalli sammuu namaa hadoochuu Kg 96 buufata Xiyyaaraa…
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2014 (FBC) – Baalaa sammuu nama hadoochu kiiloogiraama 96 fi yeroof maalummaan isaa kan hinbeekamne meeshaaleen biroon Buufataa Xiyyaraa Idil Addunyaa Booleetti…