Oduu biyya keessaa Waltajjiin marii “Addis Wag” gaggeeffamaa jira Ayana Dheressa Jun 16, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 9, 2014 (FBC) – Waltajjiin marii “Addis Wag” Waajjira Prees Seekretariyaatii Muummee Ministeeraan qophaa’u guyyaa har’aa fi boruu kan gaggeeffamu ta’uu ibsameera.…
Oduu biyya keessaa Namni dhuunfaa sababa ogummaa Gaazexeessummaan to’annoo jala oole hin jiru – Abbaa Taayitaa… Sifen Megersa Jun 15, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2014 (FBC) – Kan yakkaan shakkame malee namni dhuunfaan sababa ogummaa Gaazexeessummaan to’annoo jala oole kan hin jirre ta’uu Abbaan Taayitaa…
Oduu biyya keessaa Kaabineen bulchiinsa magaalichaa walga’ii idilee gaggeesseen murtoowwan garaagaraa dabarse Sifen Megersa Jun 15, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2014 (FBC) – Kaabineen bulchiinsa magaalaa Finfinnee walga’ii idilee 10ffaa waggaa 1ffaa har’a gaggeesseen dhimmoota garaagaraarratti mari’achuun…
Oduu biyya keessaa “Beeyladoota, buna, warqee fi oomisha midhaanii keenya kontirobaandiin daangaa akka hinceene ittisuu… Debela Tadesse Jun 15, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2014 (FBC) – “Beeyladoota keenya, buna, warqee fi oomisha midhaanii keenya kontirobaandii daangaa ce’an akka hinbaane ittisuu keenya itti fufuu qabna“ jedhan…
Fayyaa Dawaaleen ajaja ogeessaan ala fudhataman rakkoo fayyaa hordofsiisaa jiru jedhame Debela Tadesse Jun 15, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2014 (FBC) – Ajaja ogeessa fayyaatiin alatti dawaaleen fudhataman, jarmoota dhibee fidanitti madaquun rakkoo fayyaa uumaa jiraachuu ibsame. Guyyaan…
Idil Addunyaa Hamzaa Abdii Baaree Muummee Ministiraa Soomaaliyaa ta’uun muudaman Sifen Megersa Jun 15, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2014 (FBC) – Hamzaa Abdii Baaree Muummee Ministiraa Soomaaliyaa ta’uun muudamaniiru. Preezidaantiin Soomaaliyaa Hasan Sheehii Mahimmud, Hamzaa…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti giddugala nyaataa torbaffaa hundeessuuf waliigalteen mallattaa’e Debela Tadesse Jun 15, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2014 (FBC) – Biroon Dhimma Dubartootaa, Daa’immanii fi Hawaasummaa Magaala Finfinnee, Meedirook invastimanti Giruuppi waliin ta’uun Magaalaa Finfinneetti Giddugala…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Ityoophiyaa 1017 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an Sifen Megersa Jun 15, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2014 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 17 guyyaa har’aa gara biyyaa deebi’aniiru.…
Biiznasii Naannoo Somaaleetti baatiwwan 10’n darban galiin Birriin biiliyoonni 5.8 walitti qabame Sifen Megersa Jun 15, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2014 (FBC) – Naannoo Somaaleetti baatiwwan 10’n darban galiin Birriin biiliyoonni 5.8 walitti qabamuu Biiroon Galiiwwanii naannichaa beeksiise. Baatiwwan…
Oduu biyya keessaa Proojektiin lammiilee walitti bu’iinsaan miidhaman dandamachiisuu bu’aa qabeessa akka ta’u… Debela Tadesse Jun 15, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2014 (FBC) – Ityoophiyaatti proojektiin lammilee walitti bu’iinsaan miidhaan deebisanii dandamachiisuu bu’a qabeessa akka ta’uuf xiyyeffannaan hojjetamaa jiraachuu…