Tokkummaa fi birmadummaa Ityoophiyaa eeguuf Raayyaan Ittisaa dammaqaadha-F/M Birhaanuu Juulaa
Finfinnee, Caamsaa 18, 2014 (FBC) – Tokkummaa fi birmadummaa Ityoophiyaa eeguudhaaf Raayyaan Ittisaa dammaqiinaan dhaabbatee jiraachuu Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Humna Waraanaa Fiild…