Caffeen Orommiyaa hordoffii fi to’annoo dirree marsaa 2ffaa boru eegala
Finfinnee, Caamsaa 17, 2014 (FBC) – Koreewwan Dhaabbii Caffee Oromiyaa Godinaalee 10 keessatti hordoffii fi to’annoo dirree marsaa 2ffaa boru irraa eegalee kan geggeessuu ta’uu ibsame.…