Preezdaant Shimallis Abdiisaan karoora jireenya Baadiyyaa ammayyeessuuf eegalame Aanaa Waacaaleetti…
Finfinnee, Caamsaa 14, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Mootmmaa Naannoo Oromiyaa, obbo Shimallis Abdiisaan karoora akka Naannootti jireenya Baadiyyaa ammayyeessuuf eegalame Godina Shawaa Kaabaa…