Wal danda’uu fi wal kabajuun amantaalee gidduu ture cimee itti fufuu qaba – Dursaa Muftii…
Finfinnee, Caamsaa 2, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Mana Maree Dhimmoota Islaamummaa Waliigalaa Ityoophiyaa dursaa Muftii Hajii Umar Idiriis wal danda’uu fi wal kabajuun amantaalee gidduu ture…