Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Shimallis guyyaa har’aa qofa Biqiltuu 335 dhaaban Sifen Megersa Jul 18, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 11, 2014 (FBC) - Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan guyyaa har’aa qofaa Biqiltuu 335 dhaabuu ibsameera. Naannoo…
Ispoortii Dorgommii Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 18ffaa har’a gaggeeffamuun Atileetonni Ityoophiyaa… Ayana Dheressa Jul 18, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 11, 2014(FBC)- Dorgommii Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 18ffaa Ameerikaa Ooriiganitti gaggeeffamaa jiruun guyyaa har’a Atileetonni Ityoophiyaa dorgommiiwwan 3…
Oduu biyya keessaa Naannoo Sidaamaatti Sagantaan tajaajila tola ooltummaa dargaggootaa eegale Ayana Dheressa Jul 18, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 11, 2014(FBC)- Naannoo Sidaamaatti Sagantaan tajaajila tola ooltummaa dargaggootaa bara 2014 guyyaa har’aa eegaleera. Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Sidaamaa Obbo…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Ityoophiyaa Taanzaaniyaatti mana hidhaa keessa turan 126 gara biyyaa deebi’an Ayana Dheressa Jul 18, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 11, 2014(FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa Taanzaaniyaatti mana hidhaa keessa turan 126 gara biyyaa deebi’uu ibsameera. Lammiileen Ityoophiyaa karaa seeraan alaa gama…
Ispoortii Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaan meetira kuma 10 dhiirootaan Atleetoonni Ugaandaa… Sifen Megersa Jul 17, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 10, 2014 (FBC) - Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 18ffaa Ameerikaa Ooriiganitti gaggeeffamaa jiruun Atleetiin Ugaandaa Jooshawaa Chiippiteegeen meedaaliyaa Warqee…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Taaggasaa Caafoon durfamu magaalaa Jigjigaa gale Ayana Dheressa Jul 17, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 10, 2014 ( FBC)- Jilli Af Yaa’ii Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa Obbo Taaggasaa Caafoon durfamu naannoo Somaalee magaalaa Jigjigaa galeera. Jilichi hoggantoota…
Ispoortii Dorgommii Fiigichaa maaraatoonii dhiirotaan Atileet Taammiraat Tolaa injifate Ayana Dheressa Jul 17, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 10, 2014 ( FBC)- Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 18ffaa Ameerikaa Ooriiganitti gaggeeffamaa jiruun Atileet Taammiraat Tolaa Maaraatooniin Warqee 2ffaa Ityoophiyaaf…
Oduu biyya keessaa Paakistaanitti imbaasiin Ityoophiyaa banamuun hariiroo gamlamee biyyoota lameenii ni cimsa jedhame Ayana Dheressa Jul 17, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 10, 2014 ( FBC)- Paakistaan magaalaa Islaamaabaaditti imbaasiin Ityoophiyaa banamuun hariiroo gamlamee biyyoota lameenii ni cimsu ta’uu ibsameera. Ergamaa addaa FDRI…
Oduu biyya keessaa Qonna Magaalaaf Xiyyeeffannoo Kennuun hojjennee imala daandii badhaadhinaa ni mirkaneessina-Obbo… Ayana Dheressa Jul 17, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 10, 2014 ( FBC)- Qonna Magaalaaf Xiyyeeffannoo Kennuun hojjennee imala daandii badhaadhinaa ni mirkaneessina jedhan Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan galmoota misooma waaraa milkeessuuf xiyyeeffannoon hojjechaa jirti –Ministeera… Ayana Dheressa Jul 17, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 10, 2014 ( FBC)- Ityoophiyaan galmoota misooma waaraa milkeessuuf xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuu Ministeerri Maallaqaa ibse. Ministir Deetaan Ministeera Maallaqaa…